Makida Arshi
'Ganda xiqqoo keesaa dhihoo keenya jirtuDandeettii ogummaadhan adda kan ta’anii Hiriyoonni lubbu ni jiruu turanii.Onne irraa kan maddeen jaalalaaf michooman walitti dufaniiTokkon tokko irraa bayye gara gara karaaf kaayoon isaani.'Hiriyoottan kun baay’ee addaan jiru. Iddoon issan dhufanis gara gara. Garu wanti isaan wal fakkeesus ni jira. Garagarumma isaani kessati bareedina jiru ilaalan. Of ta’uuf waadaa walii galanii jiru.Relative translation of The World Needs a Uniquely Happy you to Oromo language. This group of friends is different.They are different because they are different.They all come from different heritages, have different personalities, and have different hopes and dreams.What they have in common is that they celebrate each other’s differences and have made a pact that they will be whoever they want to be when they grow up, no matter what anyone else thinks.This is a story all about being true to yourself, be happy and not letting the world tell you what to do with your life!